(Translated by https://www.hiragana.jp/)
Garaagarumma foyyeeffata "Haayidirookaarboonii" gidduu - Wikipedia

Garaagarumma foyyeeffata "Haayidirookaarboonii" gidduu

Content deleted Content added
No edit summary
bNo edit summary
 
Sarara 1:
[[File:Methane-3D-balls.png|thumb| Haayidirookaarboonii]]
kompaawundiin'''Haayidirookaarbooniin ykn simni Haayidirookaarbooniinbishoocileen''' damee keemistirii orgaanikii kan qo'aatamuu fi walnyaatinsa '''haayidiroojiinii''' fi '''kaarboonii''' kan uumamee dha.
 
Haayidirookaarboonotni maxxantuu duraa (hundee maqaa)fi maxxantuu boodaa walitti dabaluun moggaafamu. Maxxantuu duraa lakkofsa kaarboonii molakiyulicha[[Maddarroo(kutaangamolakiyulii)|maddarroo]] keessa jiranii agarsiisa. Hundeen maqaa yookiin maxxantuu duraa jedhama.
 
Haayidrokaarbooniin akka waliigalaatti halluu kan hin qabnee fi bishaan kan hin jaalanne kan ta’an yoo ta’u, fooliin isaanii yeroo baay’ee laafaa ykn foolii beenzilaa fi dhangala’aa salphaa ta’een kan qabu.
 
Haayidirookaarboonnni uumamaan maddota akka dhuubbaa zayitii, gaasii umamaa, dhagaa cilee keessatti argamu. Kompaawundoonni tarree homologasii tokko keessatti argaman foormulaa(falchaunkee) gooroofi amaloota keemikaalaa walfakkaatu qabu. Tarreen homologasii(sanyitokkee) haayidrookaarboonotaa sadan alkeenota, alkiinotaafi alkaayinoota
 
'''A. Alkeenota'''