(Translated by https://www.hiragana.jp/)
Farda - Wikipedia Jump to content

Farda

Wikipedia irraa
The printable version is no longer supported and may have rendering errors. Please update your browser bookmarks and please use the default browser print function instead.

Fardii beyladaa manaa tahe kan yaabbiif itti fayyadamaniidha.

Farda Bosonaa

Fardeen bosonaa Gaara Qundhudhoo kan Godina Harargee Bahaatti Aanaa Gursumitti argamaniifi waggoota muraasaan dura baduutti dhiyaatanii turan amma lakkoofsi isaanii dabalaa jira jedhameera.

Afrikaa keessa yeroo dheeraaf fardeen diidaa/daggalaa biyya kibba ardichaatti argamtu gammoojjii Naamibiyaa keessa qofa akka jiraatan tilmaamama ture.

Waggoota dhiyoon asitti garuu hayyuleen Itoophiyaa Kafanaa Ifaan (PHD) durfaman, jiraachuu fardeen gaaraa erga qorannoon deeggaramuun mirkaneessanii booda, dhimmichi gurra horate.

Akka gareen qorattootaa ALA bara 2013tti Gaara Qundhudhoo gubbaa fardeen 11 duwwaatu ture. Bara 2010tti garuu 18 akka turan gareen qorattootaa kun ibseera.

Wabii