Baquu
Appearance
![](https://upload.wikimedia.org/wikipedia/commons/thumb/1/16/Melting_icecubes.gif/200px-Melting_icecubes.gif)
Baqsuu jechuun anniisaa hoo’aatti fayyadamuun jijjiirama faalkaa jajjaboo irraa gara dhangala’aatti taasifamu jechuudha. Yeroo jajjaboon tokko baqu anniisaan itti dabalamuu humna harkisa jajjaboo sanaa gargar diiguuf oola. Jajjaboo → Dhangala’aa Fakkeenya: Cabbii→ Bishaan