(Translated by https://www.hiragana.jp/)
Barumsa taliigaa - Wikipedia Jump to content

Barumsa taliigaa

Wikipedia irraa

Barumsi Siyaasaa ; Saayinsiin siyaasaa ykn barumsi taliigaa jechuun bulchiinsa biyyaa ykn magaalaa fi dhimmoota magaalaa fi baadiyyaa wajjin walqabatan qorachuudha . Dirree xiwwaasaa keesaati ramadama.