(Translated by https://www.hiragana.jp/)
Kuush - Wikipedia Jump to content

Kuush

Wikipedia irraa
Afaan adda addaa Afrikaa kessatti dubbataman

Sabni afaan Kuushi dubbatu hundumti Bahaa fi Kaaba Baha Afrikaatti argamu. Guddinaan garuu ganfaa Afrikaa keessatti dubbatama. Afaan kuushi afaan Afroo-Eshiyaatik jalatti qoodama.


Afaanonni gurguddon Kuush jalatti ramadaman kan armaan gadiiti:
1. Afaan Oromoo - 45 miliyoona - Itoophiyaa, Keeniyaa...

2. Afaan Sumaalee - 18 miliyoona - Somaaliyaa, Itoophiyaa, Jibuutii..

3. Afaan Sidaamaa - 2 miliyoona - Itoophiyaa

4. Afaan Hadiyyaa - 1.6 miliyoona - Itoophiyaa

5. Afaan Affaar - 1.5 miliyoona - Itoophiyaa, Eertiraa, Jibuutii..

6. Afaan Kambaataa - 1.5 miliyoona - Itoophiyaa

References[gulaali | lakkaddaa gulaali]

<references/>