(Translated by https://www.hiragana.jp/)
Tokkummaa Biyya Mootii - Wikipedia Jump to content

Tokkummaa Biyya Mootii

Wikipedia irraa
(UK irra kan qajeele)

United Kingdom of Great Britain and Northern Ireland

Tokkummaa Biyya Mootii Biritaayinii Gudditti fi Ayarlaandii Kaabaa

Alaabaa Asxaa
Faaruu Biyyoolessaa:  "God Save the King"



Argama
Argama
Magaalmata Landon
Afaan Mootummaa Afaan English
Mootummaa



Mootii

Ministeera mummee
Sirna mootummaa gonfoo paarlaamaawaa

Charles sadaffaa (Charles III)

RishiSunak
Baliina Lafaa

(Km2)


Bishaan (%)

 

244,820 (75ffaa)



1.34
Baayina Ummataa

Akka tilmaama Bara 2016 A.L.A

 

65,648,000 (22ffaa)

Maalaqa Pound
Godina Yeroo UTC +0
Lakk. duree Bilbilaa +44

Tokkummaa Biyya Mootii Biritaayinii Gudditti fi Ayarlaandii Kaabaa, yeroo baayyee Tokkummmaa Biyya (UK) ykn Biriteen jedhamuun kan beekamtu yoo ta'u, saba abbaa biyyummaa qabdu qarqara galaanaa Kaaba-Lixa Awurooppaatti argamtudha. Yunaayitid Kingidam odola tokko of keessaa qabdi. Biriteen Guddittii, kutaa kaaba bahaa odola Ayerlaandi fi odola xixiqqoo hedduu Odolawwan Biriteen keessa jiran. Kaaba Ayerlaand daangaa lafaa Rippabiliika Ayerlaandi waliin qooddatti. TBn karaa biraatiin Galaana Atlaantiiktiin kan marfamte yoo ta'u, gara bahaatiin Galaanni Kaabaa, gara kibbaatti Chaanaalii Ingilizii, gara kibba-dhihaatti ammoo Galaanni Seeltik kan argamtu yoo ta'u, qarqara galaanaa dheeraa addunyaa irratti sadarkaa 12ffaa irratti argamti. Galaanni Aayilaandi Biriteen Guddittii fi Ayerlaandi addaan baasa. Bal'inni lafaa waliigalaa Yunaayitid Kingidam iskuweer maayilii 93,628 (242,500 km) yoo ta'u, bara 2020tti tilmaamaan baay'inni ummataa miliyoona 67 ta'a.