(Translated by https://www.hiragana.jp/)
aarin - Wiktionary Jump to content

aarin

Wiktionary irraa
The printable version is no longer supported and may have rendering errors. Please update your browser bookmarks and please use the default browser print function instead.

kanaslaali : aariitu

Afaan Oromoo

  1. aarin hima ykn gaalee keessatti maxxantuu fallessituu 'hin' jettu dura oolchinee wayita fayyadamnu, dallaniin, mufatin
    Fakkeenya - osoo hin aarin yoo jiraatan umriin ni dabala.