ensign
Appearance
kanaslaali : enslaved, ensemble
Afaan Ingiliffaa
- ensign
Hiika
[gulaali]- alaabaa doonii irratti fannisamu (doonittiin kan biyya kamii akka taate kan agarsiisu)
- qondaala humna galaanaa kan aangoon isaa gad aanaa
kanaslaali : enslaved, ensemble