(Translated by https://www.hiragana.jp/)
object - Wiktionary Jump to content

object

Wiktionary irraa

kanaslaali : obedient, obituary, objection

Afaan Ingiliffaa

  • object

Hiika

[gulaali]
  1. meeshaa, qodaa, mi'a
  2. aantima, maqaa yookiin hima akka maqaatti tajaajilu ammoo gochimaa wajjin walitti dhufeenya kan qabu (caasluga keessatti)
  3. wanta, waanta (wantoota)
  4. kaayyoo, akeeka

Gochima

  1. mormuu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'