(Translated by https://www.hiragana.jp/)
Rukkina - Wikipedia Jump to content

Rukkina

Wikipedia irraa

Wantootni hundinuu bakka qabatu. Bakki kunis qabee jedhama. Rukkinni hanga wantichaa qabee isaatiin hiruun kan argamudha. Qubee girikii ρろー(riho) bakka bu'aa. Bifa unkee herregaan immoo rukkunni akka armaan gaditti ibsama: