(Translated by https://www.hiragana.jp/)
Basa - Wikipedia Jump to content

Basa

Wikipedia irraa

Basni urjii samii halkanii keessaa bayyee kan ifuudha. Innis sirna urjii lamee kan gurmuu saree guddicha (Kaanis Meejar), naannoo Arba gaaddutti argamudha. Hamma gonkaa −1.46 qaba. Sirni kun waggoota miliyoona 200 hanga 300 gidduutti argama.Jalqaba urjii lama irraa kan ijaarame ture: tokko halluu cuquladii tokko immoo adii ture.